CBS Stories

Borana Stories

B. QOOMMI DIRAAMATI FI FAARUU

Kara Faaruutifi Diraamatini Oduu Kitaaba Barsiisu Faaru:

Oduu duraan CBS keesati baratan tokko filadha duuba shan shaniin gargari wolqoodaa haga saati tokko faaru oduu akdansa himtu barreessaa. Duuba faaru suni baratoota chufa duraati faarsa.

Diraamaa:

Oduu duraan CBS keesati baratan tokko filadhaa duuba nam shani haga kudhani shani gargari wolqooda (henna oduu gula) saati tokko guutu diraamaa qopheefadha.

Nam chufa hujji isa beesisaa iti kenna. Nami tokko nama oduu tana dhaaban odeesu. Duuba diraama suni baratoota chufa duraati dhiyeesa garsiisa.