CBS Stories

Borana Stories

B. AKKA ODUU BIBILIAA KAROORSAN BARSIISU.

AKKA ODUU BIBILIAA KAROORSAN BARSIISU

Hujii: Akka nami ch’ufti nama isa bira taau waliin oduu Kitaaba qoodatu qajeelchi, akka worri oduu dubbi Waaqa tana guutamsaan kees deemu yokhaan dubbissu. (Fakkeenna: oduu uumama Namichaatifi Uwwiitii (Uumama 2), Nuhu (Uumama 6- 9), Yusufu (Uumama 39, 39-50), Niiti Samariaa (Yoh 4), Nikodemo (Yoh 3) yokhaan Lazaro (Yoh 11)).